Nuu Qunnamaa      +0115225943/0115225644     info@oromiaplan.gov.et                               

  • Slide Background Image
    Leenjii GIS &GPS
  • Slide Background Image
    Dookumantii Inisheetivii Nageenyaa Misoomaa Itti Fufinsa
    qabu mirkaneessuu irratti Marii gaggeeffame
  • Slide Background Image
    Leenjii Kenniinsa Tajaajilaa fi Istandardii Kenniinsa Tajaajila Xiqaa
  • Slide Background Image
    Guyyaa Ayyyaana Riivaanii Adii fi Guyyaa Ayyaana HIV AIDSii
  • Slide Background Image
    KennaTajaajila Lammummaa gama kunuunsa biqiltuutiin kunuunsudhaan
  • Slide Background Image
    The Center for African Capacity Development (CACD)“ fi
    Koleejjii Daandii Boru waliin qinda'un Magalaa Adaamaatti Sekteroota Mootummaa Naannoo Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Komishiniin Karooraa fi Misoomaa Oromiyaa Leenjii gaggeesse

Baga Nagaan Gara Marsaarittii Komishinii Karooraa fi Misooma Oromiyaa dhuftan!

 

Ergaa Komishinaraa

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Karoora Imala Badhaadhinaa, KIB (2013-2022) qopheessuun raggaasisee hojiirra oolchaa jira. Waggoota muraasa darban keessattis bu’aawwan jajjabeessoo ta’an galmeessisuun danda’ameera. Fkf sochii gama diinagdee guddisuutiin taasifame qofaa yoo ilaalle, haala rakkisaa idili-addunyaa fi biyyaa keessatti hundumtaan oomishaa naannoo (RGDP) Oromiyaa waggoota lamaan darban waggatti giddu-galeessaan %7.3 agarsiisee jira. Galiin madda naannoo bara 2012 tti Qr Bil 25.33 ture bara 2014 tti Qr Bil 58.66 irra gahuun waggatti giddu-galeessaan guddina %52.2 galmeessisuu danda’eera. Haa ta’uu malee ammas qaala’insi gatii fi hojidhabdummaan hir’ina gama intarpiranarummaa fayyadamummaa teknolojii akkasumas hanqina sirni gabaa keenya qabuun walittidabalamanii qormaata guddaa diinagdee keenyaa ta’anii argamu.

  

ODUU

Komishiniin Karooraa fi Misoomaa Oromiyaa Leenjii gaggeesse

 “The Center for African Capacity Development (CACD)“ fi Koleejjii Daandii Boru waliin  qinda'un Magalaa Adaamaatti Sekteroota Mootummaa Naannoo Oromiyaa: Biiroo Maallaqaa ,Biiroo Barnootaa, Biiroo  Fayyaa, Biiroo Daadii fi Loojistiksii, A/T Konistiraakshinii ,Biiroo Misooma Jalisii fi Horsiisee Bulaa fi Ogeeyyii kalattiin dhimmi ilaaluu Godinaalee  fi Magaalaa Shaggar   irra kan dhufaniif  Caa

Sababootaa Fi Miidhaa Qaala’iinsa Gatii Naannoo Oromiyaa Jedhu Irratti Mari’aatame

Komishiniin Karooraa fi Misooma Oromiyaa waldaa Ikonomiksii Ityoopiyaa waliin ta’uun mata duree Sababootaa fi miidhaa qaala’iinsa gatii Naannoo Oromiyaa jedhu irratti sekteroota mootummaa kalattiin dhimmi ilaalu waliin piropoozalii dhiyatee irratti Sadaasa 28/2015 Magaalaa Finfinnee marii guyyaa tokkoo gaggeesseera.

Komishinii Karooraa fi Misoomaa Oromiyaatti Workshooppii Gaggeesse

Daarektoreetiin Qorannoo Imammaata Misoomaa mata duree Barbaachisummaa Gahomina Dargaggoota Milka’ina Galma Misoomaaitti-fufinsaaf jedhu irratti Sekteroota Mootummaa fi Dhaabbilee Misoomaa/NGO kallatiin dhimmi ilaaluu waliin Magaalaa Adaamaatti maree gaggeesseera.

Komishinii Karooraa fi Misoomaa Oromiyaa Leenjii kennee

Komishinii Karooraa fi Misoomaa Oromiyaatti Daarektoreetii Qo’annoo Pirofaayilii Hawaas- Dinagdee fi “GIS”Naannoo Leenjii Oguummaa mata duree “Basic GIS and GPS” jedhu irratti Ogeessota Ragaa Aanaalee Godinoota Arsii ,Arsii Lixaa, Harargee Bahaa fi Harargee Lixaatiif Magaalaa Adaamaatti marsa 1ffaa fi 2ffaan kennamee jira.

suuraa adda addaa

Kuusa

Bakka Teessuma Lafaa

Bakka Teessuma Lafaa

Mootummaan Naannoo Biyyaalessaa Oromiyaa naannolee Rippabiliika Dimookiraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa keessaa tokko.

Afaan Oromoo

NUU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-+0115225943/0115225644
  • E-Mail:-info@oromiaplan.gov.et
  • Website:-www.oromiaplan.gov.et
  • Postaa:- 2675/1250

 

Midiyaa Hawaasa

 

 

 

 

 

 

 

Copyright @2023 by Oromia Planning and Development Commission | www.oromiaplan.gov.et