Nuu Qunnamaa      +0115225943/0115225644     info@oromiaplan.gov.et                 

  • Slide Background Image
    Muxannoo hojii Wal Jijjiraa Komishinii Karoorafi Misooma oromiyaa fi
    Biiroo Karoora fi Misooma Naannoo Tigray
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Marii
  • Slide Background Image

You are here

Bakka Teessuma Lafaa

Mootummaan Naannoo Biyyaalessaa Oromiyaa naannolee Rippabiliika Dimookiraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa keessaa tokko.

Mootummaa Naannoo Tigraayi irraa kan hafe, Mootummaan Naannoo Oromiyaa mootummoota naannoo Itoophiyaa hunda waliin daangaa qooddata. Naannichi sarara daangaa idil-addunyaa Sudaan (66km) fi Keeniyaa (521km) waliinis Lixaa fi Kibbaan waliin qooddata. Oromiyaan naannolee naannolee baay'ina ummataa qaban keessaa tokko yoo taatu, garaa biyyattii keessatti argamti. Magaalaan guddoon Naannichaa Finfinne (Addis Ababa) yoo taatu, magaalaa guddoo Itiyoophiyaas ta'a.