Daareektooreetii Qophii Karoora Pirojektoota Misoomaa
Angoo fi Gahee Hojii Daariktoreetii Qophii Karoora Pirojektootaa Misoomaa
- Pirojektoota misoomaa gurguddoo akka naannoo keenyatti bu’aa ol-aanaa qaban manneen hojiin raawwatamuu hin dandeenye ni qorata hojiirra ni olcha
- Akkaataa qophii fi dhiyeessii karoora pirojektootaa misoomaa ilaalichisee manneen hojiif deeggarsa teekinikaa ni taasiisa hojiirra olmaa isaa ni hordofa