Nuu Qunnamaa      +0115225943/0115225644     info@oromiaplan.gov.et                 

  • Slide Background Image
    Muxannoo hojii Wal Jijjiraa Komishinii Karoorafi Misooma oromiyaa fi
    Biiroo Karoora fi Misooma Naannoo Tigray
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Marii
  • Slide Background Image

You are here

Gahee hojii Daayirektooretii Qorannoo Imaammata Misoomaa

  • Ergama, mul’ataa fi galmoota Komishinichaa milkeessuuf hojiiwwan daarektoreetichaa ni karoorsa, ni qindeessa, ni hordofa, ni gamaaggama akkasumas gabaasa qopheessuun qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiyeessa;
  • Hojiiwwan daarektoreetichaaf kennaman bu’a qabeessa akka ta’aniif  gareewwanrratti hordoffii ni taasisa, deeggarsaa fi gargaarsa barbaachisu  ni kenna;
  • Argannoowwan qorannoo fi qo’annoon argaman bu’ureeffachuun dhimmoota sirreeffamuu barbaachisan irratti tarkaanfiin akka fudhatamu ni taasisa

             Qorannoo Imaammata Misoomaa