Nuu Qunnamaa      +0115225943/0115225644     info@oromiaplan.gov.et                 

  • Slide Background Image
    Muxannoo hojii Wal Jijjiraa Komishinii Karoorafi Misooma oromiyaa fi
    Biiroo Karoora fi Misooma Naannoo Tigray
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Marii
  • Slide Background Image

You are here

Gahee Hojii Daarektoreetii Akkaawuntii Dinagdee

  1. Adeemsa tilmaamaa akkawuntii Diinagdee naannoo karoorsuu, gindeessuu fi qajeelchuu;
  2. Qophii raawwii tilmamaa akkawuntii Diinagdee naannoo fi agarsisitoota hordofuu fi madaaluu, akkasumas qabatamaa ta’uu isaanii mirkaneessuu;
  3. Odeeffannoon akkawuntii diinagdee naannoo qindaa’ee akka tams’u ni taasisa;
  4. Agarsiistonni tilmamaa akkawuntii diinagdee naannoo qulqullina, amanamummaa fi si’a eegamuun xiinxalaaf akka qophaa’an ni taasisa;
  5. Sirna hojii tilmama akkawuntii dinagdee naannoo bu’uura biyyaalessaa (Framework) eegate akka qophaa’u ni taasisa;
  6. Qophii tilmamaa akkawuntii  diinagdee hojiiwwan deeggarsa teeknikaa ni qajeelcha, ni qindeessa;
  7. Akkaawuntii dinagdee sadarkaa guddina dinagdee naanichaa agarsiisu qopheessuu, qaama dhimmi ilaaluuf dhiyeessuu, mirkaneessisuu, galtee karooraa taasisuu;
  8. Ga’ee sekterooti Industrii, qonnaa fi tajaajilaa guddina dinagdee naannichaa keessatti qaban xiinxalu;
  9. Ragaa akkawuntii dinagdee naannoo sassaabuu, xiinxaluu, qindeessuu fi akkawuntii dinaagdee naannoo maxxansuun raabsuu;
  10. Daandeettii raawwachisumaa cimsuuf leenjiiwwan fi workshooppiiwwan adda adda  ni gaggeess;
  11. Hojiilee biroo fi dhimmoota akkaawuntii dinagdee waliin walqabatan hudumaa ni raawwata.
  12. Akkaawuntii dinagdee sadarkaa guddina dinagdee naannichaa agarsiisu qopheessuu; qaama dhimmi ilaaluuf dhiyeessuu; mirkaneessisuu;galtee karooraa taasisuu;
  13. Ga’ee sekterooti Industrii, qonnaa fi tajaajilaa guddina dinagdee naannichaa keessatti qaban xiinxaluun
  14. Ragaa akkawuntii dinagdee naannoo sassaabuu, xiinxaluu, qindeessuu fi akkawuntii dinagdee naannoo maxxansuun raabsuu;