Hojiiwwan miidiyaa fi koominikeeshinii akkasumas hojiilee ijoo karaa ogeessota ICT tiin hojjetaman karaa guutuun akka hojjetamuuf leenjii dandeetti ogeessotaa Cimsu kennuun murteessaadha. Haaluma kanaan leenjistoota ga'umsa dhimma kanaa irratti qaban Biiroo Koominikeeshinii Oromiyaa fi Abbaa Taayitaa Saayinsii fi tekinooloojii Oromiyaa irraa afeeruun leenjii kana ogeessota koomishinichaatiif kennamaa Jira.