Nuu Qunnamaa      +0115225943/0115225644     info@oromiaplan.gov.et                 

  • Slide Background Image
    Muxannoo hojii Wal Jijjiraa Komishinii Karoorafi Misooma oromiyaa fi
    Biiroo Karoora fi Misooma Naannoo Tigray
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Marii
  • Slide Background Image

Daarektoreetii Qo’annoo Pirofaayilii Hawaas-Dinagdee fi ’GIS’               

Gahee Hojii Daarektoreetii Qo’annoo Pirofaayilii Hawaas-Dinagdee fi ’GIS’

  1. Karoora hojii daarektoreetichaa ni qopheessa, yeroo mirkana’uu hojiirra ni oolchaa,gabaasa isaas yeroo yerootti qopheessuun qaama  ilaallatuuf ni dabarsa;
  2.  Ragaalee qophii pirofaayilii hawaas-dinagdee qopheessuuf barbaachisan ni sassaaba;
  3. Dokumantoota Pirofaayilii hawaas-dinagdee fi qabeenya uumamaa gandootaa, aanaalee, godinaalee, bulchiinsa magaalotaa fi naannoo ni qopheessa,ni maxxansa,ni raabsa;
  4. Hojii Kaartoolee (Maps)  adda addaa qopheessuu, maxxansiisuu fi raabsuu ni hojjeta;
  5. Hojiiwwan qo’annoo qiyyaasa kaartaa fi ji’ogiraafii fiizikaalaa guddina  misooma naannichaaf gargaaran ni gaggeessa; akka gaggeeffamu ni taasisa;
  6. Ragaalee bu’uuraalee misoomaa ilaalchisee facaatii faasilitiiwwanii ’GPS’ fayyadamuun sassaabuun galtee hojii karooraa akka ta’an ni hojjeta;
  7. Dandeetti raawachiisummaa aanaalee, godinaalee, bulchiinsa magaalotaa fi sekteroota naannoo cimsuuf leenjii qo’annoo pirofaayilii hawaas –dinagdee, ji’ogiraafii  fiizikaalaa fi ’GIS’, ni kenna;
  8. Ragaa ’GIS’ (GIS data) aanaa, bulchiinsa magaalaa, godinaa fi naannoo sektera sekteraan ni qopheessa;
  9. Jii’ografii fiizikaalaa godinaalee fi naannoo ni qophessa, ni maxxansa, ni raabsa;
  10. Atilaasiiwwan adda addaa ni qopheessa,ni maxxansa,ni raabsa
  11. Hojiilee dabalataa Qo’annoo pirofaayilii hawaas-dinagdee fi jii’oogiraafii fiizkaalaa akkasumas ’GIS’,  waliin wal qabatan hundumaa ni raawwata.

                    - Jimma

              - Adaama

              - Arsii

              - Bishooftuu

              - Mettu Town

             - Shaggar 

             - Shano

               Jima Town

               Maya Town

              Shano Town

               Arsii  

               Bale Zone

               Buno Badale

              East Bale Zone

              East Hararge Zone

             East shewa Zone

             Guji Zone

                  Ilubabor Zone

            West Arsi

            West Hararge

            

Afaan Oromoo