Misooma Hawaas-dinagdee Naannichaa beekumsaan oogganuun itti fufiinsaa guddina dinagdee fi fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu;
Jiruu fi jireenya uummata Naannichaa itti fufiinsaan Jijjiiruu keessatti handhuura Hoggansa Karoora Misoomaa Ta'uu;
Duudhaalee (Core Values)
Duudhaalee ykn sonawwan gaarii Komishiniin Karoora Misoomaa qabu kanneen armaan gaditti tarreeffamaniidha:-
- Mul’ata walinii (Shared Vision)
- Hawwii Jijjiramaa (Optimistism and Passion for Results)
- Gahumsa Ogummaa fi Naamusa/Professionalism and Ethical Values/
- Hirmaachisummaa (Participatory)
- Haqummaa (Fairness)
- Iftoomina (Transparency)
- Miira Tajaajiltummaa
- Karooraan Oogganamuu
- Ittigaaffatamummaa
- Walqixxummaa koorniyaa(gender equality)