Sababootaa Fi Miidhaa Qaala’iinsa Gatii Naannoo Oromiyaa Jedhu Irratti Mari’aatame

  • 14 Dec 2022
  • Posted by adminiplacom
  • 0 Comments

Komishiniin Karooraa fi Misooma Oromiyaa waldaa Ikonomiksii Ityoopiyaa waliin ta’uun mata duree Sababootaa fi miidhaa qaala’iinsa gatii Naannoo Oromiyaa jedhu irratti sekteroota mootummaa kalattiin dhimmi ilaalu waliin piropoozalii dhiyatee irratti Sadaasa 28/2015 Magaalaa Finfinnee marii guyyaa tokkoo gaggeesseera.