Nuu Qunnamaa      +0115225943/0115225644     info@oromiaplan.gov.et                 

              

 

  • Slide Background Image
    Leenjii GIS &GPS
  • Slide Background Image
    Dookumantii Inisheetivii Nageenyaa Misoomaa Itti Fufinsa
    qabu mirkaneessuu irratti Marii gaggeeffame
  • Slide Background Image
    Leenjii Kenniinsa Tajaajilaa fi Istandardii Kenniinsa Tajaajila Xiqaa
  • Slide Background Image
    Guyyaa Ayyyaana Riivaanii Adii fi Guyyaa Ayyaana HIV AIDSii
  • Slide Background Image
    KennaTajaajila Lammummaa gama kunuunsa biqiltuutiin kunuunsudhaan
  • Slide Background Image
    The Center for African Capacity Development (CACD)“ fi
    Koleejjii Daandii Boru waliin qinda'un Magalaa Adaamaatti Sekteroota Mootummaa Naannoo Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Komishiniin Karooraa fi Misoomaa Oromiyaa Leenjii gaggeesse

You are here

Gahee Hojii Daarektoreetii Qo’annoo  Pirofaayilii Hawaas Dinagdee fi GIS

  • Karoora hojii daarektoreetichaa ni qopheessa, yeroo mirkana’uu hojiirra ni oolchaa,gabaasa isaas yeroo yerootti qopheessuun qaama ilaallatuuf ni dabarsa;
  • Ragaalee Qo’annoo pirofaayilii hawaas-dinagdeef barbaachisan ni sassaaba;
  • Pirofaayilii hawaas-dinagdee fi qabeenya uumamaa gandootaa, aanaalee, godinaalee, bulchiinsa magaalotaa fi naannoo ni qopheessa,ni maxxansa,ni raabsa;
  • Hojii Kaartoolee (Maps)  adda addaa qopheessuu, maxxansiisuu fi raabsuu ni hojjeta;
  • Hojiiwwan Qo’annoo qiyyaasa kaartaa fi ji’ogiraafii fiizikaalaa guddina  misooma naannichaaf gargaaran ni gaggeessa; akka gaggeeffamu ni taasisa;
  • Ragaalee bu’uuraalee misoomaa ilaalchisee facaatii faasilitiiwwanii ’GPS’ fayyadamuun sassaabuun galtee hojii karooraa akka ta’an ni hojjeta;
  • Dandeetti raawachiisummaa aanaalee, godinaalee, bulchiinsa magaalotaa fi sekteroota naannoo cimsuuf leenjii ’GIS’, Qo’annoo pirofaayilii hawaas  dinagdee fi qo’annoo ji’ogiraafii  fiizikaalaa ni kenna;
  • Ragaa ’GIS’ (GIS data) aanaa, bulchiinsa magaalaa, godinaa fi naannoo sektera sekteraan ni qopheessa;
  • Jii’ografii fiizikaalaa godinaalee fi naannoo ni qophessa, ni maxxansa, ni raabsa;
  • Atilaasiiwwan adda addaa ni qopheessa,ni maxxansa,ni raabsa
  • Hojiilee dabalataa ’GIS’,pirofaayilii hawaas-dinagdee fi qo’annoo jii’oogiraafii fiizkaalaa  waliin wal qabatan hundumaa ni raawwata.

                          Qo’annoo  Pirofaayilii Hawaas Dinagdee fi GIS Godinalee

Regional Atilas of Oromiya

Physical & Socio-Economic Profile of  2013-2014 E.C

NUU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-+0115225943/0115225644
  • E-Mail:-info@oromiaplan.gov.et
  • Website:-www.oromiaplan.gov.et
  • Postaa:- 2675/1250

 

Midiyaa Hawaasa

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Copyright @2023 by Oromia Planning and Development Commission | www.oromiaplan.gov.et