Komishiniin Karooraa fi Misoomaa Oromiyaa Leenjii gaggeesse
“The Center for African Capacity Development (CACD)“ fi Koleejjii Daandii Boru waliin qinda'un Magalaa Adaamaatti Sekteroota Mootummaa Naannoo Oromiyaa: Biiroo Maallaqaa ,Biiroo Barnootaa, Biiroo Fayyaa, Biiroo Daadii fi Loojistiksii, A/T Konistiraakshinii ,Biiroo Misooma Jalisii fi Horsiisee Bulaa fi Ogeeyyii kalattiin dhimmi ilaaluu Godinaalee fi Magaalaa Shaggar irra kan dhufaniif Caa